Dhiyeessii boorsaalee bilisaa nyaataa keessan ajaja.
Torbanitti al tokko yookaan yeroo boorsaan guutu, gudunfaa qeenxeedhaan hidhi gubbaatti boorsicha cufuuf.
Gaarii kosii yookaan bakka balfi itti gatan keessaa walitti qabuuf borsaa kessaan ka’a.
Dhume! Hurraawwan nyaataa kompoostii tahu.