Dhiyeessii boorsaalee bilisaa nyaataa keessan ajaja.
Borsaa kompostii biroo Hin fayyadamin - boorsaa koonyalee Raamsii fi Waashingitan kennaman sagantaa kanaaf addatti qophaa'aniiru.
Torbanitti al tokko yookaan yeroo boorsaan guutu, gudunfaa qeenxeedhaan hidhi gubbaatti boorsicha cufuuf.
Gubbaa korojoo akkuma afuuffeen hidhamutti hidhi. Gosti gudunfaa kun korojoon akka saamsamee turuuf gaariidha.
Gaarii kosii yookaan bakka balfi itti gatan keessaa walitti qabuuf borsaa kessaan ka’a.
- Haftee nyaataa boorsaa kosii idilee keessa Hin kaa'in.
- Deebi'anii fayyadamuu kee keessa Hin kaa'in.
- Gaarii kosii ykn bakka balfa itti gattu gubbaa ykn cinaa Hin kaa'in. Keessa seenuu qabu.
Dhume! Hurraawwan nyaataa kompoostii tahu.
Erga walitti qabamee booda korojoowwan haftee nyaataa kosii irraa adda baafamee gara bakka industirii kompostii geeffama.