Haalli itti hojjetu kunooti Down

Step 1

Dhiyeessii korojoowwan haftee nyaataa kan waggaa bilisaan ajaja.

Torbanitti al tokko yookaan yeroo boorsaan guutu, gudunfaa qeenxeedhaan hidhi gubbaatti boorsicha cufuuf.

Step 3

Gaarii kosii yookaan bakka balfi itti gatan keessaa walitti qabuuf borsaa kessaan ka’a.

Step 4

Dhume! Hurraawwan nyaataa kompoostii tahu.

Waa'ee sagantaa haftee nyaataa fudhachuu

Caalaatti baradhu